Baaxii manaa hiyyeessotaaf ta'u omishuun nama rakkoo furaa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Baaxii manaa hiyyeessotaaf ta'u omishuun nama rakkoo furaa jiru
Maxxanfame

Baaxiin oomishu bishaan akka hin galchine gochuuf yaalii 300 ol kan itti fudhate Hatiis, Indiyaa bakka hiyyeessonni baay'inaan itti jiraatan keessatti, baaxii manaa omishee bifa liqii yeroo dheeraan kaffalamuun gurguraa nama rakkoo furaa jiru dha.